Tajaajiloota mootummaa irra deddeebiin gaafataman cuqaasa tokkoon argachuu
Galmee, Kaardii Kennuu fi Haaromsa Hojii Barbadootaaf
Hayyama daldalaa kennuu, haaromsuu, fooyyessuu fi haquu
PLC Hundeeffamaa Daldaala Dhuunfaa Mirkaneessuu
Wiirtuun keenya foddaalee 12n tajaajiloota adda addaa dhiyeessa
Kenna Ragaalee Bu'uuraa
Sassaabbii Galii fi Simannaa
Tajaajila Hayyamaa Daldala
Tajaajila Baankii Idilee
Kenna Tajaajila Lafaa
Kenna Tajaajila Investimentii
Tajaajila Sanadootaa fi Waliigaltee
Kenna Xalayaa Deggersa
Tajaajiloota Dhimmoota Bulchiinsaa
Mirkaneessa Gahuumsa Ogummaa
Hayyamaa Ogummaa fi Ijaarsaa
Kaffaltii Adda Addaa
Wiirtuun keenya tajaajila mootummaa gara uummataatti dhiyeessuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf kan hundeeffameedha. Nutis teeknooloojii ammayyaatti fayyadamnee hojii keenya raawwannaa.
Tajaajiloota keenya irratti gaaffilee yeroo baay'ee gaafataman
eService tajaajiloota mootummaa karaa dijitaalaa fayyadamuun ariifachiisaa, iftoomina qabu fi yeroo qusatuun hawaasaaf dhiyeessudha.
eService Shashemene tajaajiloota galmee odeeffannoo, iyyata tajaajilaa, hordoffii haala iyyataa ni kenna.
Eeyyee. Tajaajiloota muraasa fayyadamuuf galmaa'uun dirqama. Galmee booda maqaa fayyadamaa fi jecha darbii fayyadamtee seenuu dandeessa.
Tajaajiloonni hedduun guutummaatti toora intarneetiin ni kennamu. Tajaajiloota muraasaaf mirkaneessa ragaaf gara waajjiratti dhufuun ni barbaachisa.
Eeyyee. Sirni eService odeeffannoo fayyadamtootaa sirna nageenya dijitaalaa fayyadamuun eegama.
Rakkoo teeknikaa yoo qabaatte lakkoofsa bilbilaa +251 913 116898 qunnamaa.
Galmaa'uu fi fayyadamuun eService bilisa dha. Tajaajiloota kaffaltii gaafatan akka seeraatti kaffaltiin raawwatama.
Yaada ykn gaaffii qabdan asitti nuuf barreessaa.
Shaashamannee, Oromiyaa, Itoophiyaa
+251 913 116898
Wiirtuu Tajaajila Tokkoo, Shaashamannee, Oromiyaa
Tajaajila keenyaa fi haala hojii keenya ibsu